Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 7:7 - WAADAA LAMMATAA

7 «Kadhadhaa'a isinii kennamaa; barbaadaa'a hin argattanii; balbala dhadhayaa'a isin jalaa banamaa.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

7 «Kadhadhaa isinii kennama, barbaadaa ni argatan, balbala dhadhayaa isiniif banama,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 «Rabbiin kadhadhaa'a isinii kennamaa; barbaadaa'a hin argattanii; balbala dhadhayaa'a isin jalaa banamaa.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 7:7
43 Referans Kwoze  

Amanta'aan yoo faateffattan waan faateffattaniif san maraa hin argattan» isaaniin jedhe.


Ajaja isaa waan eennuuf, afoo isaatitti worra isa gammachisuu waan taaneef waan kadhannu maraa isaa irraa arganna.


Na keessa yoo jiraattan dubbii yoo isin keessa jiraate waan barbaaddan maraa kadhadha'aa isinii ta'a.


Kanaaf ani akkana isiniin jedha, waan kadhattanii fi waan gaafattan maraa akka argattanitti amanaa'a, wonti gaafattan maruu isiniif kennama.


Isin ammoo duraan dursa'aatii jeennata Rabbiitii fi qajeellummaa soqaa'a; wonti kun martinuu isiniif eda'ama.


Ka kadhatu maruu hin fudhata, ka barbaadullee hin argata, Ka balbala dhadhayuufillee hin banama.


Anatu isin filate malee, isin na hin filanne, Aabballee waan maqaa kiyyaan kadhattan maraa akka isinii kennu, deemtanii daraaraa akka godhattan, daraaraan keessanillee akka jiraatuuf isin muude.


Amantaa malee Rabbiin gammachiisuun hin danda'amu. Namni gara Rabbii dhiyaatu akka Rabbi jiru worra isa soqaniif ka gatii kennu akka ta'e, amanuu barbaachisa.


Yesuus deebisee, «Kennaa Rabbiitii fi ka bisaan na obaas siin jedha'aaru eennuun akka ta'e uduu beettee, silaa situ na kadhata. Innillee silaa bisaan jireennaa sii kenna» isi'iin jedhe.


Ammallee, ani akkana isiniin jedha, isin keessaa namni lamaa, biyya lafaa irratti woma kamiifuu wolii galee yoo faateffate, Abbaan kiyya ka samii irra jiru waan isaan kadhatan san isaanii godha.


Kadhaan amanta'aa dhibamaa san hin fayyisa. Gooftaanillee hin kaasaan; yoo cubbuullee hujjee jiraate hin dhiifamaaf.


Yesuus uduu hin hifatin hennaa maraa akka faateffatan mammaaka akkana jedhee isaanitti hime.


Eegasuu isin hammeeyyii taatanii, ijoollee teessaniif kennaa mishaa kennuu yoo beettan, Abbaan keessan ka samii jiru worra kadhataniif, attamitti waan mishaa caalchisee hin kennine ree?


Worra hujii mishaa irra dhaabatanii galataa fi ulfinna, jireenna hin banne worra barbaadaniif jireenna bara baraa isaanii kenna.


ka hubatullee hin jiru; ka Rabbiin soqullee hin jiru.


Abbaan mana sanii balbala haga cufeen maayessa isin diida dhaabattanii, ‹Gooftaa Gooftaa nuu bani›! jedha'aa balbala dhayaa kadhattan. Inni garuu deebisee, ‹Eessaa akka dhuftan isin hin beeku› isaaniin jedha.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite