Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 7:6 - WAADAA LAMMATAA

6 «Waan woyyoome sariinii hin kenninaa'a; isinitti garagalanii isin ciniinanii. Meeshaa keessan ka gatii mi'a'aa booyyota afoo hin buusinaa'a!»

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

6 «Waan Qulqulluu ta'e sariiniif hin kenniinaa, dooqan keessan'llee booyyeewwan duranatti hin gatinaa, booyyeewwan dooqan teessan miila isaaniitiin ni dhidhiitaniin, sariin'llee deebi'anii isin ni ciniinan.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

6 «Waan woyyoome sariinii hin kenninaa'a; isinitti gara galanii isin ciniinanii. Meeshaa keessan ka gatii mi'a'aa booyyota afoo hin buusinaa'a!»

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 7:6
18 Referans Kwoze  

Worra akka sare'ee foon namaa nyaatanii fi hojjattoota hammeeyii irraa uf eegaa'a. Worra seera fooniitiin waan hin taaneen dhugamaan gadoomneerra jedhaa'a soban irraa uf eegaa'a.


Yesuus deebisee, «Hurbaata ijoolle'ee fuudhanii sare'ee darbuun hin ta'u» jedhe.


Namni Ilma Rabbii tuffate, waadaa dhiiga ittiin qulqullaaye san ka akka batti'iititti laakkaye, ka Ayyaana badhaadhaa arrabse adabbiin maraa caalu isa irratti waan hin taane seetanii?


Kunillee akkuma mammaanni, «Sareen diddiga ufiititti deebiti» akkasuma, «Booyyeen dhiqamtee deebitee dhoqqe'etti gangalatti» jedhu sun isaan irratti ta'e.


Hennaa san namoonni hedduu amantaa irraa duubatti deebi'an, isaan dabarsanii wol kennan, Wolillee hin jibban.


Ufumaa Ilma Rabbii fannisanii waan salphisaniif.


Hennaa hedduu karaa deeme, sodaa lagaa, sodaa saamtu'uutiin, sodaa gosa kiyyaa, sodaa worra Yihuudii hin taanee, sodaa qachaa keessaa, sodaa lafa gammoojji'ii, sodaa galaanaa, sodaa kijiba obbolootaa fa'aan sodaata'aa ture.


Ati nama fakkeessaa'a! duraan dursii utubaa ija tee keessa jiru baasi. Achiin maayessa huuba ija obboleessa keetii keessa jiru baasu'uuf, midhaassitee arguu dandeetta.


Worri asmaa godhan, sariinii fi seebartoonni worri lubbuu namaa ajjeese, worri waaqa tolffamaa kaddaaman, worri kijiba jaalatanii fi raawwatan maruu diida jiran.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite