Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 7:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Uduu utubaan ija tee keessa jiru, attamitti obboleessa keetiin, ‹Huuba ija tee keessaa sii baasa› jettaan?

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

4 Akkuma kana ija kee keessa gudeelchi uduu jiru, obboleessa keetiin, ‹mee huuba ija kee keessa jiru siif haa baasuu!› attamitti jettaan?

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Uduu utubaan ija tee keessa jiru attamitti obboleessa keetiin, ‹Huuba ija tee keessaa sii baasa› jettaan?

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 7:4
5 Referans Kwoze  

Huuba ija obboleessa keetii keessa jiru maaf laalta! utubaa ija tee keessa jiru maaf arguu dadhabde?


Ati nama fakkeessaa'a! duraan dursii utubaa ija tee keessa jiru baasi. Achiin maayessa huuba ija obboleessa keetii keessa jiru baasu'uuf, midhaassitee arguu dandeetta.


Waan guddaa ija kee keessa jiru uduu hin argine obboleessa keetiin attamitti, ‹Obboleessa kiyya, huura ija kee keessa jiru si baasaa naa eeyyami› jechuu dandeettaa? Ati ka fakkeessitu duraan dursii waan guddaa ija kee keessa jiru baasi, achiin maayessa huura ija obboleessa kee keessa jiru baasu'uuf midhaassitee argita.


Isin bulchoota balloota! Isin waan dhuddan keessaa bookee hin dhimbiibdan, gaala ammo hin liqimsitan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite