Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 7:27 - WAADAA LAMMATAA

27 Roobni roobee, lolaan lola'ee, bubbeen bubbisee, mana san dhiibe. Manni sunillee jigee akka malee butute» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

27 Roobnni roobe, lolaan'llee lola'e, bubbeen'llee bubbiseeti mana san ni dhiibeen, manni'llee bakkumatti ni kufe, kufaatiin isaa'llee ol aanaa ni ta'e.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

27 Roobni roobee, lolaan lola'ee, bubbeen bubbisee mana san dhiibe; manni sun jigee akka malee butute.»

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 7:27
11 Referans Kwoze  

Ibiddaan waan ifa bayyuuf guyyaan sun hin mudhisa. Hujiin nama maraatuu maal akka ta'e ibiddi sun hin qora.


Roobni roobee, lolaan lola'ee, bubbeen bubbisee, mana san dhiibe. Manni ammoo lafa qarsaa irratti waan ijaarameeruuf hin jinne.


«Namni dubbii kiyya kana dhagayee hujii irra hin oolchine, namicha gowwaa mana ufii shashareeirratti ijaarate fakkaata.


Yesuus hennaa dubbii kana dubbatee fixe, gumiin barumsa isaa hin baaseffate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite