Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 7:26 - WAADAA LAMMATAA

26 «Namni dubbii kiyya kana dhagayee hujii irra hin oolchine, namicha gowwaa mana ufii shashareeirratti ijaarate fakkaata.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

26 Dubbii kiyya kana dhagayee ka hujii irra hin oolichine garuu, nama mana isaa cirracha irratti ijaare gowwaa fakkaata.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

26 «Namni dubbii kiyya kana dhagayee hujii irra hin oolchine ammo, namicha gowwaa mana ufii shasharee irratti ijaarate fakkaata.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 7:26
9 Referans Kwoze  

Namni dubbii kiyya dhagayee hujii irra hin oolchine akkasuma nama dhaaba mana isaa gadi fageessee hin ijaarre tokko fakkaata. Lolaan dhufee dhiibee mana san kuffisee kufaatiin mana saniillee badaa ta'e.»


Ati nama gowwaa amantaa huji'iin addaan baye ka du'e akka ta'e beekuu feetaa?


Yesuus, «Namni dubbii kiyya kana dhagayee hujii irra oolchu, namicha qaroo mana ufii dhagaa irratti ijaarate fakkaata.


Roobni roobee, lolaan lola'ee, bubbeen bubbisee, mana san dhiibe. Manni ammoo lafa qarsaa irratti waan ijaarameeruuf hin jinne.


Roobni roobee, lolaan lola'ee, bubbeen bubbisee, mana san dhiibe. Manni sunillee jigee akka malee butute» jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite