Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 7:25 - WAADAA LAMMATAA

25 Roobni roobee, lolaan lola'ee, bubbeen bubbisee, mana san dhiibe. Manni ammoo lafa qarsaa irratti waan ijaarameeruuf hin jinne.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

25 Roobinni roobe, lolaan lola'e, bubbeen'llee bubbiseeti mana san ni dhiibeen, haa ta'u malee, manni hunddee dhaga'aa irratti waan ijaarameef hin jiginne.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

25 Roobni roobee, lolaan lola'ee, bubbeen bubbisee, mana san dhiibe; manni ammo lafa qarsaa irratti waan ijaarameeruuf hin jinne.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 7:25
17 Referans Kwoze  

Namni ataabee keessatti ciniinnatu eebbifama'a. Inni hennaa ataabameen maayessa gatii jireennaa yookiin badhaasa Rabbi worra isa jaalatuuf waadaa gale san hin fudhata.


Hidda gad fageeffadha'aa isa irratti ijaarama'aa, akkuma barattanitti, amanta'aan dhaabadha'aa, worra guddisee galateeffatu ta'aa'a.


Kiristoosillee amanta'aan garaa keessan keessa akka jiraatu, akka durummaa Ayyaana isaatitti isinii haa keennu.


Isaan nu biraa bayan malee worra keennaa miti. Uduu worra keenna ta'anii silaa nu woliin jiraatan. Haata'uu ammoo maruu akka worra keenna hin taane beessisu'uuf bayan.


Ani akkana siin jedha, ati Pheexroos, dhagaa siida'aa kana irratti woldaa tiyya ta Kiristaanaa ijaara. Hunni du'aallee isii hin injifatu.


Yesuus, «Namni dubbii kiyya kana dhagayee hujii irra oolchu, namicha qaroo mana ufii dhagaa irratti ijaarate fakkaata.


«Namni dubbii kiyya kana dhagayee hujii irra hin oolchine, namicha gowwaa mana ufii shashareeirratti ijaarate fakkaata.


Roobni roobee, lolaan lola'ee, bubbeen bubbisee, mana san dhiibe. Manni sunillee jigee akka malee butute» jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite