Wongeela Maatewos 7:22 - WAADAA LAMMATAA22 Guyyaa san, namoonni hedduu, ‹Gooftaa, Gooftaa! maqaa keetiin raaga hin dubbannee? Maqaa keetiin jinnii hin baafnee? Maqaa keetiin baasa hedduu hin hunyee?› naan jedhan. Gade chapit laWaadaa Haarawa22 Guyyaa murti'ii titti baayi'eewwan, yaa Gooftaa! yaa Gooftaa! Maqaa keetiin raaga hin dubbannee ree? Maqaa keetiin hafuurota jinni'ii hin baafnne ree? Maqaa keetiin'llee baasota baayi'ee hin taasfinnee ree? naan jedhan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu22 Guyyaa san namoonni hedduu, ‹Gooftaa! Gooftaa! maqaa keetiin raaga hin dubbannee? Maqaa keetiin jinnii hin baafnee? Maqaa keetiin baasa hedduu hin hunyee?› naan jedhan. Gade chapit la |