Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 7:20 - WAADAA LAMMATAA

20 Kanaaf daraaraa isaaniitiin isaan beettan.»

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

20 Kanaaf nabiyyoota dharaawwanii firii hujii isaaniitiinuu isaan ni beekittan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

20 Kanaaf daraaraa isaaniitiin isaan beettan.»

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 7:20
5 Referans Kwoze  

Daraaraa hujii isaaniitiin isaan beettan. Qoree irraa woyinii, qummuudduu irraa hurbuu hin guuranii?


Ammallee akkana isiniin jedha, namoota kanniin dhiisaa, yaanni kun yookiin hujiin kun ka namaa yoo ta'e hin bada.


«Munni daraaraa isaatiin waan beekkamuuf, daraaraa mishaa akka qabaattaniif, muka mishaa qabaadhaa'a; muka daraaraa badaa daraaru yoo qabaattan, Daraaraa badaa argattan.


Munni maruu daraaraa isaatiin waan beekkamuuf muka qore'ee irraa daraaraa hurbu'uu guuran.


Obboleeyyan tiyya! munni hurbu'uu ejersa yookiin woyiniin hurbuu daraaruu hin dandeettii? Bisaan sooqiddaa keessaa bisaan mi'aayaan hin bayu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite