Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 7:2 - WAADAA LAMMATAA

2 Murtima isin namatti murteessitaniin isinittillee murteeffama. Safartuma isin namaaf safartaniin isiniifillee safarama.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

2 murtima kaaniin irratti murteessitaniin isin irratti'llee ni murtteeffama, akkuma kana safarttuma ittiin safarttaniin isiniif'llee ni safarama.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 Murtima isin namatti murteessitaniin isinittillee murteeffama. Safartuma isin namaaf safartaniin isiniifillee safarama.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 7:2
19 Referans Kwoze  

Ka namaan hin araaramne, murtee araara hin qabnetu isa eeggata. Araarri murtii injifata.


Yesuus akkana isaaniin jedhe: «Waan dhageettan qalbifadhaa'a! Bikkituu isin itti bikkitanitti isiniif bikkama; ka san caalutu isinii eda'ama.


Kennaa'a, isinii kennamaa. Waan isin ittiin safartaniin isinniillee safaramaa. Safartuu akka misha'atti itti gadi qabamee sochoofamee guuttameen haga isin baadhachuu dandeettanitti isinii kennama.


Haguma isiin kenniteen gatii isi'ii deebisaaf, Akkuma hujii isi'iitiin; dachaa lamaa godha'aatii mijuu isiin wolitti matte dachaa lamaa godha'aatii bulbulaa'a!


Kanallee akkana jedha, «Ka diqqoo facaasu diqqoma haamata. Ka guddisee facaasu akkasuma guddisee haamata»


«Yoo isin yakka namootaaf dhiiftan, Abbaan keessan ka sami'ii cubbuu keessan isinii dhiisa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite