Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 7:19 - WAADAA LAMMATAA

19 Munni daraaraa mishaa hin daraarre martinuu muramee ibiddatti gatama.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

19 Firii mishaa mukinni hin daraare marrinuu, muramee gara ibiddaa titti ni gatama.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

19 Munni daraaraa mishaa hin daraarre maruu muramee ibiddatti gatama.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 7:19
13 Referans Kwoze  

Amma dhagaraan mukkiin hiddatti muru'uuf qophaayeera; munni daraaraa mishaa hin daraarre maruu muramee, ibiddatti gatama.


Qore'eef qummuudduu ammoo yoo margisiifte ta gatamte, ta abaaramtee fi dhumti isi'iillee gubata.


Amma dhagaraan muka jala jira. Kanaafuu munni daraaraa mishaa hin daraarre maruu muramee ibiddatti gatama» jedhe.


Kunniin waamsa jaalalaa keessanitti yoo isin woliin waamaman, waamsa jaalalaa san xureessan. Isaan tissema ufii uf sooran. Isaan akka duumessa rooba hin qabnee, ka qilleensaan oofamuu, akka midhaan hennaa daraaree gawutti ija hin godhanne, akka muka gogee hiddaan buqqa'ee,


Munni mishaan daraaraa badaa daraaruu yookiin munni badaan daraaraa mishaa daraaruu hin danda'u.


Worra gosa keenna keessattillee akkasuma jireenna bu'aa hin qabne akka hin jiraanne waan barbaachisu maraan hujii misha'aa fi uf kennuu haa baratanii.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite