Wongeela Maatewos 7:18 - WAADAA LAMMATAA18 Munni mishaan daraaraa badaa daraaruu yookiin munni badaan daraaraa mishaa daraaruu hin danda'u. Gade chapit laWaadaa Haarawa18 Mukinni mishaan firii badaa daraaru'uuf hin dandda'u, mukinni badaan'llee firii mishaa daraaru'uuf hin danda'u. Gade chapit laKitaaba Woyyuu18 Munni mishaan daraaraa badaa daraaruu, yookaan munni badaan daraaraa mishaa daraaruu hin danda'u. Gade chapit la |