Wongeela Maatewos 7:17 - WAADAA LAMMATAA17 Akkasuma munni mishaan maruu daraaraa mishaa daraara. Munni badaan daraaraa badaa daraara. Gade chapit laWaadaa Haarawa17 Akkuma kana mukinni mishaan marrinuu firii mishaa ni daraara, mukinni badaan garuu firii badaa ni daraara. Gade chapit laKitaaba Woyyuu17 Akkasuma munni mishaan maruu daraaraa mishaa daraara; munni badaan daraaraa badaa daraara. Gade chapit la |