Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 7:16 - WAADAA LAMMATAA

16 Daraaraa hujii isaaniitiin isaan beettan. Qoree irraa woyinii, qummuudduu irraa hurbuu hin guuranii?

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

16 Isaan'llee ka beekitan firii hujii isaaniitiin. Ximirroo qore'ee irraa firii woyinni'ii, qoree shishiikkoo irraa'llee firiin harbbu'uu ni guuramaa ree?

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

16 Isaan daraaraa hujii ufiitiin beekkaman; qoree irraa woyinii, qummuudduu irraa hurbuu hin guuranii?

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 7:16
10 Referans Kwoze  

Obboleeyyan tiyya! munni hurbu'uu ejersa yookiin woyiniin hurbuu daraaruu hin dandeettii? Bisaan sooqiddaa keessaa bisaan mi'aayaan hin bayu.


«Munni daraaraa isaatiin waan beekkamuuf, daraaraa mishaa akka qabaattaniif, muka mishaa qabaadhaa'a; muka daraaraa badaa daraaru yoo qabaattan, Daraaraa badaa argattan.


Kanaaf daraaraa isaaniitiin isaan beettan.»


Daraaraan Ayyaanaa ammoo, jaalala, gammachuu, Nagaya, obsa, arjummaa, mishooma.


Haata'uu ammoo namni tokko, «Ati amantaa qabda; anillee hujii qaba» yoo jedhe, «Amantaa kee huji'iin adda baasii na mudhisi; ani amantaa kiyya huji'iin si mudhisa» jedha.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite