Wongeela Maatewos 7:15 - WAADAA LAMMATAA15 Yesuus ammallee, «Raattota dharaa irraa uf eeggadhaa'a; hoolaa fakkaachu'uuf gogaa hoola'aa uffatanii, gara keessan hin dhufan; keessi isaanii ammoo akka Yayyii beeloftee ti. Gade chapit laWaadaa Haarawa15 «Kaldhoo hoola'aa uffatanii worra isinitti dhufan, keessa isaanii titti garuu akka yayyii buttu'uu kata'an, nabiyyoota dharaa irraa ufi eeggadhaa, Gade chapit laKitaaba Woyyuu15 Yesuus ammallee akkana jedhe, «Raattota sobaa worra hoolaa fakkaachu'uuf gogaa hoola'aa uffatanii isinitti dhufan; ka keessi isaanii ammo akka Yayyii waa butuu ta'an irraa uf eegaa'a. Gade chapit la |