Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 7:14 - WAADAA LAMMATAA

14 Karaan gara jireennaa fidu qadho'o; karrillee dhiphoo waan taateef, worri karaa jiru'uu san argatu diqqa'a.»

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

14 Balballi gara jireennaa aseensisu garuu dhipho'oo, karaan'llee rakkisa'a» namoonni isa argatan'llee muraasota.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

14 Karaan gara jireennaa fidu qadho'o; karri dhiphoo waan taateef; worri karaa jiru'uu san argatu hago'o.»

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 7:14
27 Referans Kwoze  

Worri waamaman heddu, worri filataman ammo hago'o» jedhe.


Fedhiin Rabbii misha'aa fi ka nama gammachiisu waan mudaa hin qabne maal akka ta'e qorattanii akka beettan haarawoomuu qalbii teessaniitiin jijjiramaa malee, adunyaa tana hin fakkaatinaa'a.


Achiin maayii Yesuus gumii'ii fi darasoota ufitti waamee, «Namni na faanaa deemuu barbaadu yoo jiraate, uf haa waakkatuu; fannoo ufiillee baadhatee na faana haa deemuu.


Nageenni na'aan akka isinii ta'uuf kana isinitti himeera, biyya lafaa keessa hennaa jirtan hin rakkattan, haata'uu ammoo jabaadhaa'a! womaa mit ani biyya lafaa mooyadheera.»


Achiin maayessa Yesuus, «Worri maayessaa afoo, worri afo'oo maayessa ta'an worri waamame heddu, worri filatame ammo hago'o.» jedhe.


Isin gumii diqqoo'o, abbaan keessan jeennata isinii kennu'uuf fedhii mishaa isaa waan ta'eef hin sodaatinaa'a.


Israa'el ammoo seera qajeellumma'aa worri hordofan gara seeraa hin geenne. Kun maali'iif? Huji'iin malee, qajeellumma'aan amantaa waan hin hordofneef. «Kunoo, dhagaa gufachiisu, sakaallaa dhagaa qarsa'aa Tsiyooniin keessa kaya, ka isatti amanu hin saalfatu» jedhamee akkuma barreefame dhagaa gufachiisuun gufatan.


Mana sagada Yihuudotaa keessaa isin baasanii kana caalaallee akkasuma worri isin ajjeesan maruu akka waan Rabbii hojjataaranii hennaan isaanitti fakkaatu hin dhufa.


«Karra dhipho'oon seenaa'a! Karaan gara badi'ii fidu badha'a; karrillee badhoo waan taateef, worri karra saniin seenu heddu.


Yesuus ammallee, «Raattota dharaa irraa uf eeggadhaa'a; hoolaa fakkaachu'uuf gogaa hoola'aa uffatanii, gara keessan hin dhufan; keessi isaanii ammoo akka Yayyii beeloftee ti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite