Wongeela Maatewos 7:13 - WAADAA LAMMATAA13 «Karra dhipho'oon seenaa'a! Karaan gara badi'ii fidu badha'a; karrillee badhoo waan taateef, worri karra saniin seenu heddu. Gade chapit laWaadaa Haarawa13 «Balbala dhipho'oon aseenaa, gara badi'ii titti balballi aseensisu baldhaa, karaan'llee gudda'a. Namoonni garasi aseenan'llee baayi'eewwan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu13 «Karra dhipho'oon seenaa'a! Karaan gara badi'ii fidu badha'a; karrillee badhoo waan taateef; worri karra saniin seenu heddu. Gade chapit la |