Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 7:12 - WAADAA LAMMATAA

12 Eeganaa «Waan namoonni akka isinii godhan barbaaddan, isinillee akkasuma isaaniif godhaa'a. Seerrinii fi raattonnillee kanuma barsiisan.»

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

12 Eegaa waan namoonni akka isinii raawwatan barbaaddan maraa, isin'llee isaaniif akkuma kana raawwadha'aafii, barsiifnni seeraa fi nabiyyootaa'llee ka jedhan kanuma.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Eeganaa «Waan namoonni akka isinii godhan barbaaddan, isinillee akkasuma isaaniif godhaa'a; seerrinii fi raattonnillee kanuma barsiisan.»

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 7:12
19 Referans Kwoze  

Waan namoonni akka isinii godhan feetan isinillee akkasuma isaanii godhaa'a.


Raawwiin ajajaa ammoo, jaalala garaa qulqulluu keessaa, sammuu misha'aa fi amantaa uftuuluu hin qabne keessaa ka ol bayu.


«Ani waan seeraa fi waan raattonni barsiisan diigu'uuf dhufe hin seeyinaa'a. Raawwachu'uuf dhufe malee, diigu'uuf hin dhufne.


Akkuma kitaabnni woyyuun, «Hiriyaa kee akka uf jaalattutti jaaladhu» jedhu seera mooti'iillee yoo raawwattan waan mishaa gootan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite