Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 7:1 - WAADAA LAMMATAA

1 Yesuus, «Rabbi akka isinitti hin murteessine, isin namatti hin murteessinaa'a.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

1 Itti aanssee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Isin irratti akka hin murtteeffamnneef, eennuun irratti'llee hin murtteessinaa,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Yesuus ammallee akkana jedhe, «Rabbi akka isinitti hin murteessine, isin namatti hin murteessinaa'a.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 7:1
13 Referans Kwoze  

«Eennuttillee hin murteessinaa'a, isinitillee hin murtaayu; yakkillee isinitti hin muramu, namaa dhiifama godhaa'a, isiniifillee hin dhiifamaa.


«Huura ija obboleessa kee keessa jiru maaf laaltaa? Waan guddaa ija kee keessa jiru ammoo maaf hin argine?


Ati nama fakkeessaa'a! duraan dursii utubaa ija tee keessa jiru baasi. Achiin maayessa huuba ija obboleessa keetii keessa jiru baasu'uuf, midhaassitee arguu dandeetta.


Murtima isin namatti murteessitaniin isinittillee murteeffama. Safartuma isin namaaf safartaniin isiniifillee safarama.


Obboleeyyan tiyya! Marti keessan barsiisota hin ta'inaa'a. Worri akkasii murtii caalu akka argatu waan beettaniif.


Deddeebi'anii hennaa gaafataniin ammoo ol jedhee, «Isin keessaa ka cubbuu hin qabne firrisee dhaga'aan isii haa dhayuu» isaaniin jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite