Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 6:7 - WAADAA LAMMATAA

7 «Hennaa faateeffattan akka worra Yihuudota hin taanee, dubbii bu'aa hin qabne irra hin deddeebi'inaa'a; isaan dubbii guddisu'uun waan Rabbi isaanii dhagayu seeyan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

7 «Isin yeroo kadhattantti akka ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amannee, dubbii tasaa irra dedeebi'uu'uun hin haasayinaa, isaan baayi'inna irra dedeebi'u'uutiin Waaqinni kadhannaa isaanii waan isaaniif dhagayu itti fakkaata.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 «Hennaa Rabbiin kadhattan akka worra Yihuudota hin taanee dubbii bu'aa hin qabne irra hin deddeebi'inaa'a; isaan dubbii guddisu'uun waan Rabbi isaanii dhagayu seeyan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 6:7
11 Referans Kwoze  

Ammallee isaan irraa siiqee, hennaa sadaffa'aafillee akkasuma jedhee faateffate.


Kana maraa worri Yihuudota hin taanee waan barbaadaniif. Kun martinuu akka isin barbaachisu, Abbaan keessan ka sami'ii hin beeka.


Isaanillee akka inni nama Yihuudi'ii ta'e haga beekan martinuu laagaa tokkoon «Arxeemisiin Efesoonii guddo'o» jedha'aa haga sa'aatii lamaa wocan.


Yesuus ammallee hennaa lammaffa'aaf isaan irraa siiqee, «Abbaa kiyya, mijuun rakko'oo tuni uduu hin dhunne narra lufuu ka hin danda'amne yoo ta'e, fedhiin tee haa taatu» jedhee faateffate.


Diqqoo isaan irraa siiqee, kallachaan gad kufee, «Abbaa kiyya, yoo danda'ame, mijuun rakkinnaa tun narra haa luftuu; haata'uu ammoo akka fedha keetii malee, akka fedha kiyyaa hin ta'in» jedhe.


Inni yoo isaanillee dhagayuu dide, Woldaa Kiristaanaatitti himi; Woldaa Kiristaanaallee yoo dhagayuu dide, akka nama hama'aatii fi nama cubbama'aatitti laakkayiin.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite