Wongeela Maatewos 6:5 - WAADAA LAMMATAA5 «Isin hennaa faateeffattan, akka worra fakkeessuu hin ta'inaa'a! Isaan akka worri biraa isaan arganiif, mana sagadaatii fi wolgayii karaa gugurdaa irra dhaabatanii kadhachuu jaalatan; ani dhugamaan isiniin jedha, isaan gatii ufii fudhataniiran. Gade chapit laWaadaa Haarawa5 Yeroo kadhattantti akka worra fakeessitootaa hin ta'inaa! Isaan naminni akka isaanii arguuf jedhanii bakkeewwan woligayii isaatii fi karaa mara bira dhaabatanii, kadhachuu ni jaalatan. Dhugamaan isiniin jedha, isaan gatii isaanii durssanii argatanii jiran. Gade chapit laKitaaba Woyyuu5 «Isin hennaa Rabbiin kadhattan akka worra fakkeessuu hin ta'inaa'a! Isaan akka worri biraa isaan arganiif mana sagadaatii fi wol gayii karaa gugurdaa irra dhaabatanii Rabbiin kadhachuu jaalatan; ani dhugamaan isiniin jedha isaan gatii ufii fudhataniiran. Gade chapit la |
Yesuus uduu isaan barsiisu akkana isaaniin jedhe, «Barsiisota Seera Muuse'ee, ka uffata dheeraa uffatanii asii fi achi deema'aa, gabayaa keessatti namoonni isaanii sagada'aa nagaya akka isaan gaafatan jaalatan, mana sagada Yihuudotaa keessatti teessoo olaanu, lafa cidhaatittillee hulee ulfinnaa worra filatu irraa uf eeggadhaa'a!