Wongeela Maatewos 6:26 - WAADAA LAMMATAA26 Simbirroota sami'ii laalaa'a; isaan hin facaafatan, hin haamatan, gootara'attillee hin galfatan, Abbaan keessan ka samii jiru isaan nyaachisa. Isin guddiftanii sinbirroota hin caaltanii? Gade chapit laWaadaa Haarawa26 Mee gara sinbirroota samii irra bararanii laalaa, isaan hin facaasan, hin haaman, gootara'atti'llee hin galchan, garuu Abbaan isaanii ka sami'ii isaan ni nyaachisa. Eegaa isin sinbirroota irra haalaan ni caalttanii mitii ree? Gade chapit laKitaaba Woyyuu26 Simbirroota sami'ii laalaa'a; isaan hin facaafatan, hin haamatan, gootara'attillee hin galfatan, Abbaan keessan ka samii jiru isaan nyaachisa. Isin guddiftanii simbirroota hin caaltanii? Gade chapit la |