Wongeela Maatewos 6:25 - WAADAA LAMMATAA25 «Kanaaf akkana isiniin jedha, jiruu teessaniif maal nyaanna yookiin maal dhunna, yookiin nafa keessaniif, maal uffanna jettanii hin yaaddayinaa'a! Jiruun nyaata, nafti uffata hin caaluu? Gade chapit laWaadaa Haarawa25 «Kanaaf akkana isiniin jedha, ‹maal nyaanna? maal dhuginna? maal'llee uffannaa?› jechu'uun, waayee jireenna keessaniitiif hin sarddaminaa, nyaata irra jireenni, uffata irra'llee qaaminni hin caaluu ree? Gade chapit laKitaaba Woyyuu25 «Kanaaf akkana isiniin jedha, jiruu teessaniif maal nyaanna? yookaan maal dhunna? yookaan nafa keessaniif, maal uffanna?» jettanii hin yaaddayinaa'a! Jiruun nyaata, nafti uffata hin caaluu? Gade chapit la |