Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 6:23 - WAADAA LAMMATAA

23 Ijji tee yoo dhukkubsattuu taate ammoo, nafti kee hoomaanuu dukkanaayaa ta'a; Eegasuu ifni si keessa jiru dukkanaayaa yoo ta'e, dukkanni sun attam attam gudda'aa!» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

23 ijji kee fayyaalessa ta'uu yoo dhabaatte garuu, qaaminni kee marri dukkana ni ta'a. Eegaa ifin isin keessa jiru dukkana yoo ta'e, dukkanni hoo attam ka caalu ta'inna!

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

23 Ijji tee yoo dhukkubsattuu taate ammo, nafti kee hoomaanuu dukkanaayaa ta'a; Eegasuu yoo ifni si keessa jiru dukkanaayaa ta'e, dukkanni sun attam attam gudda'aa!» jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 6:23
22 Referans Kwoze  

Ka obboleessa ufii jibbu ammoo dukkana keessa jira, dukkana keessa jiraatalle'e, gara deemullee hin beeku. Waan dukkanti ija isaa jaamsiteertuuf.


Yesuus, «Ijji ifa nafaa ti; ijji tee yoo fayyaa taate, nafti kee maruu ifaa ta'a.


Isaan rakkinna wollaala isaaniitiin garaa jabaachuu isaaniitiin yaanni isaanii dukkanaayee, Rabbiin irraallee fagaatan.


Nama akka umameen jiruu, wonti Ayyaana Rabbii waan gowwummaa ta'eef hin fudhatu; dubbiin Ayyaanaa waan Ayyaana Rabbiitiin qoramuuf namni foonii beeku hin danda'u.


Nu ogeeyyi'i uduu ufiin jedhan, jaanjoo ta'an.


Dura dukkana keessa turtan; amma ammoo Goofta'aan worra ifaati.


Innillee akkana jedheen, «Dhossaa jeennata Rabbii beekuun isiniif kennameera; worra kaawaaniif ammoo uduu ilaalan akka hin argine, uduu dhagayan akka hin hubane, mammaakkan dubbadha» jedhe.


Yookiin ati waan ani arjoomeef hinaaftaa?› jedhe.


seebaruu, luqunuu, hammeenna, sobuu, hoossuu, hinaaffaa, maqaa balleessuu, uf jaju'uu fi ceem'uu fa'a.


Ifti nafa keetii ija; yoo ijji tee fayyaa taate, nafti kee maruu ifaa ta'a; ijji tee dhibamtuu yoo taate ammoo, nafti kee maruu dukkana ta'a.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite