Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 6:21 - WAADAA LAMMATAA

21 Hulee qabeenni keessan jiru garaan keessanillee jira.»

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

21 Qabeenni kee bakka jirutti, onneen kee'llee achitti ni argama.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

21 Hulee qabeenni keessan jiru garaan keessanillee jira waan ta'eef.»

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 6:21
14 Referans Kwoze  

Hulee qabeenni keessan jiru yaanni keessanillee achi waan jiraatuuf.


Obboleeyyan tiyya! Maal laataa waan Rabbii jiraataa isin waakkachiisu dhartichaa fi onneen hin amanne isin keessaa tokkollee akka hin jiraanne uf eegaa'a!


Isin ijoollee bofaa! isin hammeeyyii taatanii, attamitti dubbii mishaa dubbachuu dandeettan? waan garaa guute afaan dubbata.


Garaan kee Rabbiin afo'otti qajeelaa waan hin taaneef waan kana irraa hiree yookiin gayee hin qabdu.


Rabbii Abbaa keennaa fi Gooftaa Yesuus Kiristoosiin irraa badhaadhaa fi nageenni isiniif haa ta'u.


Liqaa isaa san ana irratti laakkayi! Ani Phaawuloos, «Liqaa san hin deebisa» jedhee, harka kiyyaan sii barreessa. Kanaa achi atuu Kiristoosiin keessaan liqaa kiyya akka taate sitti himuu na hin barbaachisu.


Yesuus, «Ijji ifa nafaa ti; ijji tee yoo fayyaa taate, nafti kee maruu ifaa ta'a.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite