Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 6:19 - WAADAA LAMMATAA

19 Yesuus ammallee, «Qabeenna keessan lafa irratti hulee rimminii fi dammeessaan balleessutti, hulee hattoonni cabsitee hattutti, hin kuufatinaa'a.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

19 Dabalee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Bili'ii fi danddiin bakka balleessanitti, hattoonni'llee cabbissanii bakka hatanitti, arrdii kana irratti mataa keessaniif qabeenna hin kuufanaa.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

19 Yesuus ammallee akkana jedhe, «Qabeenna keessan lafa irratti hulee rimminii fi dammeessaan balleessutti, hulee hattoonni cabsanii hatanitti hin kuufatinaa'a.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 6:19
23 Referans Kwoze  

Jaalala birri'ii irraa uf eegaa'a. Wontummaan qabdan isin haa gayu. Inninuu, «Si hin dhiisu, sirima si hin gatu» waan jedheef.


Namni qabeenna ufiif tuulatu ka Rabbiin biratti dureessa hin taane akka kana ta'a.»


Yesuusillee waan kana dhagayee, «Ammallee waan tokkotu si hafa. Waan qabdu maraa gurguriitii hiyyeeyyi'ii kenni, Sami'itti hin duroomtaa. Koottuu na faana deemi!» jedhe.


Bara adhaa worri dureeyyii ta'an, waan uf jaju'uu akka hin yaanne Rabbiin jiraata'aan akka gammannuu waa maraa caalchisee nuu keennuun malee, durummaa darbu akka abdii hin godhanne isaan gorsi.


Qabeenna keessan gurgura'aatii worra hiyyeeyyi'ii kennaa'a. Hulee hattuun itti hin dhiyaanneef bakka xiinxanaan hin balleessinetti qabeenna hin dhumanne ka sami'iititti korojoo hin moofnetti ufiif kaayadhaa'a.


Yesuusillee akka inni guddisee gadde argee, akkana jedhe, «Worra dureeyyi'iif, jeennata Rabbii galuun attamitti rakkisa'a!


Yesuus deebisee, guutuu ta'uu yoo feete, deemii, waan qabdu maraa gurgurii birrii hiyeeyyi'ii kenni; samii irratti durummaa argattaa; achiin maayessa koottuu, na faana deemi» jedheen.


Isin ammoo qabeenna keessan samii irratti hulee rimminii fi dammeessaan hin balleessinetti, hulee hattuunillee cabsitee hin hanneetti kuufadhaa'a.


Kana ammoo beekaa'a, abbaan manaa sa'aatii hattuun itti dhuftu uduu beekee, silaa hattuun mana isaa akka qottu itti hin dhiisu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite