Wongeela Maatewos 6:16 - WAADAA LAMMATAA16 Yesuus, «Hennaa soomtan akka worra fakkeessuu uf hin daalacheessinaa'a; namootaatti akka soomaniiran uf mudhisu'uuf fuula ufii guuran. Dhugamaan isiniin jedha, isaan gatii ufii fudhataniiran. Gade chapit laWaadaa Haarawa16 Yesus'llee itti aanssee akkana ni jedhe, «Yeroo soomttanitti namoonni soomuun isaanii akka isaanii beekaniif, akka worra fuula isaanii jijjiiranii akka fakkeessitootaa, fuula keessan hin qaamessinaa, dhugamaan isiniin jedha, isaan gatii isaanii fudhatanii jiran. Gade chapit laKitaaba Woyyuu16 Yesuus ammallee akkana jedhe, «Hennaa soomtan akka worra fakkeessuu uf hin daalacheessinaa'a; isaan akka soomaniiran namootatti uf mudhisu'uuf fuula guuran. Dhugamaan isiniin jedha, isaan gatii ufii fudhataniiran. Gade chapit la |