Wongeela Maatewos 6:15 - WAADAA LAMMATAA15 Yoo isin yakka namootaaf dhiisuu diddan, Abbaan keessan cubbuu keessan isinii hin dhiisu» jedhe. Gade chapit laWaadaa Haarawa15 Balleessaa namootaatiif dhiifama yoo taasisuu dhabaattantan garuu, balleessaa keessaniif'llee Abbaan keessan ka sami'ii dhiifama isiniif hin taasisu.» Gade chapit laKitaaba Woyyuu15 Yoo isin yakka namootaa dhiisuu diddan, Abbaan keessan cubbuu keessan isinii hin dhiisu» jedhe. Gade chapit la |