Wongeela Maatewos 6:13 - WAADAA LAMMATAA13 Hamaa jalaa nu baasi ataabe'etti nu hin galchin, [jeennanni, hunni, ulfinnillee baruma baraan tanteeti Amiin!] Gade chapit laWaadaa Haarawa13 Hamaa jalaa nu baasi malee, gara qormaataa titti nu hin galchin, [Mootummaan, huminnaa fi ulfinni'llee, bara baraan keeti, Ameen.› »] Gade chapit laKitaaba Woyyuu13 Hamaa jalaa nu oolchi, ataabe'etti nu hin galchin, [jeennanni, hunni, ulfinnillee baruma baraan keetii Amiin!] Gade chapit la |
Worra Gooftaa kaddaaman ataabee jalaa baasee worra cubbamoota keessattuu, worra hawwii shinga'aa, dharraa foonii hamaa duukaa deema'aa worra Gooftummaa isaa tuffatan adaba'aa haga guyyaa murti'ii saniif attamitti akka isaan tursiisu hin beeka. Isaan kun worra uf jajaniif goota worra baallii qaban arrabsuu hin sodaanne.