Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 6:11 - WAADAA LAMMATAA

11 Nyaata adha nu barbaachisu adhuma nuu kenni.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

11 Nyaata keenna ka guyya'aa, adha nuuf kenni.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Nyaata adha nu barbaachisu adhuma nuu kenni.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 6:11
12 Referans Kwoze  

Nyaata nu barbaachisu guyyama guyya'aan nuu kenni.


Innillee deebisee «Namni dubbii afaan Rabbiitii bayuun jiraata malee, xoroshoo calla'aan hin jiraatu» jedhamee barreeffameera jedheen.


Waan nyaannuu fi waan uffannu yoo qabaanne ammoo, inni nu gaya.


Worri akkanaa kunniin cadhisanii hojjata'aa buddeenuma isaanii akka nyaatan, maqaa Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin isaan seerra, isaan gorsinalle'e.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite