Wongeela Maatewos 6:10 - WAADAA LAMMATAA10 Jeennanni tee haa dhuftu; fedhiin tee akkuma samii irratti taate, akkasuma lafarrattillee haa taatu. Gade chapit laWaadaa Haarawa10 Mootummaan kee haa dhufittu, fedhiin kee akkuma sami'itti ta'e, akkuma kana ardi'itti'llee haa ta'u. Gade chapit laKitaaba Woyyuu10 Jeennanni kee haa dhufu; fedhiin kee akkuma samii irratti ta'e, akkasuma lafa irrattillee haa ta'u. Gade chapit la |
Teessoollee hin arge. Worra isarra taa'anii baalliin kennameef waan ragaa Yesuusiitiif waan dubbii Rabbiitiif namoota mataan isaanii irraa murame, worra bineensaaf fakii isaatii hin saganne worra malkata kallacha isaaniitiif harka isaanii irratti hin godhanne arge. Kiristoosiin woliinillee woggaa kumaa mooyanii jiraatan.