Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 5:47 - WAADAA LAMMATAA

47 Obboleeyyan teessan callaa nagaya oo'aa yoo gaafattan, worra kaawwaniin adda taataniimii? Worri Yihuudota hin taane akkanuma godhaniimii?

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

47 Obbolummaa keessan qofa nagaya ka gafattan yoo ta'e, waan caalmaya qabu maal raawwattan? Ummanni Waaqa dhuga'aa titti hin amanneeyyuu kanuma ni raawwataa mitii?

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

47 Yoo obboleeyyan teessan callaa nagaya oo'aa gaafattan, worra kaawwaniin maali'iin adda taatan? Worri Yihuudota hin taanellee akkanuma godhaniimii?

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 5:47
9 Referans Kwoze  

Worra isin jaalate yoo jaalattan galata maal qabdan? Cubbamoonnillee akkasuma worra isaan jaalatan waan jaalataniif.


Akkana isiniin jedha, qajeellummaan keessan qajeellummaa barsiisota Seera Muuse'eetii fi Fariisotaa yoo caale malee, horoma jeennata sami'ii hin galtan» isaaniin jedhe.


Isin cubbuu hojjattanii gad-qabamtanii yoo obsitan galata maal qabdan? Haata'uu ammoo waan mishaa gootanii yoo rakkinna isin irra gaye obsitan, waan kanaaf Rabbi isin eebbisa.


Yoo mana tokko seentan, nagaya isaan gaafadhaa'a.


Worra isin jaalatu callaa yoo ka jaalattan ta'e, gatii maal qabdan? Worri Rabbitti hin bulle akkanuma godhaniimii ree?


Abbaan keessan ka sami'ii akkuma guutuu ta'e, isinillee guutuu ta'aa'a.»


Jaalatamaan Ogeessi fayya'aa Luuqaasii fi Deemaasillee nagaya isinii dhaamaniiran.


Obboleeyyan Lodoqiyaa keessa jiran Nimfuuniif woldaa Kiristaanaa ta mana isaa jirtuuf nagaya naa himaa'a


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite