Wongeela Maatewos 5:44 - WAADAA LAMMATAA44-45 Ani ammoo akkana isiniin jedha. Diinota keessan jaaladhaa'a; worra isin miidhuufillee faateffadhaa'a. Yoo kana gootan ijoollee abbaa keessan ka samii jiruu taatani; Inni worra hammeeyyi'ii fi worra misha'aafillee aduu baasa; worra qajeela'aa fi worra qajeelaa hin taaneefillee hin roobsa. Gade chapit laWaadaa Haarawa44 Ani garuu diinota keessan jaaladhaa, worra isiin abaaran eebbisaa, worra isin jibbaniif waan mishaa taasisaa, hamaa worra isin irratti raawwatanii fi worra isin ari'aniif'llee kadhadhaa!» Gade chapit laKitaaba Woyyuu44-45 Ani ammo akkana isiniin jedha, «Diintota keessan jaaladhaa'a; worra isin miidhuufillee Rabbiin kadhadhaa'a; yoo kana gootan ijoollee abbaa keessan ka samii jiruu taatan; Inni worra hammeeyyi'ii fi worra misha'aafillee aduu baasa; worra qajeela'aa fi worra qajeelaa hin taaneefillee hin roobsa. Gade chapit la |