Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 5:43 - WAADAA LAMMATAA

43 « ‹Hiriyyaa kee jaaladhu, diina keellee jibbi› akka jedhame dhageettaniirtan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

43 Itti aanssee'llee Yesus akkana ni jedhe, « ‹Waahela kee jaaladhu, diina kee jibbi!› akka jedhame, dhageettanii jirttan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

43 Ammallee Yesuus akkana jedhe, « ‹Hiriyyaa kee jaaladhu, diina kee jibbi› akka jedhame dhageettaniirtan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 5:43
17 Referans Kwoze  

Abbaa fi haadha tee kabajji; goshoo kee akka uf jaalattutti jaaladhu› ka jedhu sanniin fa'a» jedheen.


Akkuma kitaabnni woyyuun, «Hiriyaa kee akka uf jaalattutti jaaladhu» jedhu seera mooti'iillee yoo raawwattan waan mishaa gootan.


Worra duraatiin, « ‹Hin ajjeesin, namni yoo nama ajjeese abboota murti'ii afo'otti itti murama› ka jedhame dhageettaniirtan.


Yesuus, « ‹Hin seebarin› akka jedhame dhageettaniirtan.


Ka Rabbiin jaalatu, obboleessa ufii akka jaalatu seera akkanaa Rabbiitu nuu kenne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite