Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 5:42 - WAADAA LAMMATAA

42 Ka waa si kadhatee kenni; ka sirraa liqeeffachu'uuf barbaadu jalaa hin miliqin.»

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

42 Ka si kadhatuuf kenni, si irraa liqeeffachuu ka barbaaduuf, dide hin jedhaniin.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

42 Ka waa si kadhatee kenni; ka si irraa liqeeffachu'uuf barbaadu jalaa hin miliqin.»

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 5:42
26 Referans Kwoze  

Haata'uu ammoo waan mishaa godhuu, kaawwaniillee qooduu hin irraanfatinaa'a. Ciincaan akkanaa waan Rabbiin gammachiisuuf.


«Diinni kee yoo beelaye nyaachisi; yoo dheebote obaasi; kana godhuu keetiin barbadaa ibiddaa mataa isaa irratti waan tuultuuf»


Waan woyyoota tajaajiltaniif haga ammaallee waan tajaajila'aa jirtaniif hujii hojjattan, jaalala maqaa isaatiif mudhiftan akka hin irraanfanne Rabbi hamaa miti.


Kaddaamuun qulqulluu ta'e, Rabbii Abbaa biratti ka mudaa hin qabne kana. Ijoollee abbaa haadha hin qabnee fi dubartoota abbaan manaa irraa du'e gargaara'aa hamaa biyya lafaa irraa uf eeggachu'u.


Isin garuu waan sabaree fi qorii keessa jiru hiyyeeyyi'iif kennaa'a. Yoo san wonti maruu isinii qulqullaayaa.


Namni tokko karaa hagoo na geegessi siin jedhee yoo si giddisiise, ati ammoo san caalaa geegessiin.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite