Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 5:41 - WAADAA LAMMATAA

41 Namni tokko karaa hagoo na geegessi siin jedhee yoo si giddisiise, ati ammoo san caalaa geegessiin.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

41 Naminni tokko, ‹anaan woliin karaa muraasa deemi!› jedhee, yoo si dirqamsiise ati ammoo karaa dachaa ta'e deemiif.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

41 Namni tokko yoo karaa hagoo na geegessi jedhee si giddisiise, ati ammo san caalaa geegessiin.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 5:41
6 Referans Kwoze  

Hennaa Yesuusiin geessan, namichi biyya Qareena'aa Simoon ka jedhamu tokko baadiyya'aa hennaa dhufu Yesuusiin faana fannoo baatee akka deemu itti baachisan.


Hennaa bayan namicha Simoon jedhamu ka biyya Qareena'aa arganii, fannoo Yesuusii akka baatu hunnaan isa giddisiisan


Isaan namicha biyya Qareena'aa tokko, ka Simoon jedhamu abbaa Iskindiroosiitiif Ruufoosii, maasa'aa gara qacha'aa uduu dhufu, qabaniinii fannoo Yesuusii akka baatu hunnaan taasisan.


Namni tokko shamisii tee fudhachu'uuf barbaadee yoo si himate, kootii keellee kenniif.


Ka waa si kadhatee kenni; ka sirraa liqeeffachu'uuf barbaadu jalaa hin miliqin.»


Kana waan murteeffanneef jaalalli Kiristoosii nu giddisiisa. Tokkochi maraafuu du'e. Eegasuu namni maruu du'aniiran.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite