Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 5:40 - WAADAA LAMMATAA

40 Namni tokko shamisii tee fudhachu'uuf barbaadee yoo si himate, kootii keellee kenniif.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

40 Naminni tokko kittaa kee fudhachu'uuf barbaadee yoo si himate, kootii kee'llee akka fudhatu dhiisiif.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

40 Namni tokko yoo shamisii tee fudhachu'uuf barbaadee si himate, kootii keellee kenniif.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 5:40
5 Referans Kwoze  

Ka boqoo kee dhabanaasu deebisii ka lammaffa'aallee itti naannessi. Ka kootii kee fudhatuuf shamisiillee eda'ii kenniif.


Eegasuu sirimaa wol mormiin isin keessa jiru hanqinna keessaniin. Uduu ufii yakkamtanii isinii hin woyuu? Yoo sobamtan isinii hin woyyuu?


Ani ammoo akkana isiniin jedha; nama waan badaa sirratti hojjate haluu hin bayin. Namni tokko boqoo mirgaa yoo si dhabanaase, taanillee itti deebis.


Namni tokko karaa hagoo na geegessi siin jedhee yoo si giddisiise, ati ammoo san caalaa geegessiin.


Haata'uu ammoo namni tokko qaadhima isaa irratti waan mishaa akka hin goone yoo yaade; ta inni qaadhimate sun umuriin isi'ii heerumaaf yoo gaye; fuudhu'uuf yoo murteesse; waan jaalate haa godhuu; cubbuu waan hin taaneef wol haa fuudhanii.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite