Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 5:39 - WAADAA LAMMATAA

39 Ani ammoo akkana isiniin jedha; nama waan badaa sirratti hojjate haluu hin bayin. Namni tokko boqoo mirgaa yoo si dhabanaase, taanillee itti deebis.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

39 Ani garuu akkana isiniin jedha, nama hamaa isin irratti raawwatu gadoo hin bayina'aanii. Garuu boqoo kee ka mirgaa ka si dhayuuf, boqoo kee ka bita'aa garagalchiif.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

39 Ani ammo akkana isiniin jedha; nama waan hamaa si irratti hojjate haluu hin bayin. Namni tokko yoo boqoo mirgaa si dhabanaase, taanillee itti deebis.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 5:39
24 Referans Kwoze  

Eennullee eennuun irratti waan hamaa akka hin deebifne uf eegaa'a. Haata'uu ammo hennaa maraa martii keessanuu waan mishaa wolii godhu'uuf jabaadhaa'a.


Hamaa hama'aan yookiin nama isin arrabse arrabaan hin deebisinaa'a; bikka san isaan eebbisaa'a, eebba dhaalu'uuf waan waamamtaniirtaniif.


Eegasuu sirimaa wol mormiin isin keessa jiru hanqinna keessaniin. Uduu ufii yakkamtanii isinii hin woyuu? Yoo sobamtan isinii hin woyyuu?


Isin nama qajeelaa isin hin morminetti murteessitanii ajjeeftaniirtan.


Cubbuu woliin wondhaansa baya'aa haga dhiinni keessan jigutti hin falmanne.


Isaanillee ija isaa hidhanii, dhayaa waan turaniif, «Ka dhabanaasaan si dhaye eennu? Mee raaga dubbadhu!» jedha'aa isa gaafatan.


Namni tokko shamisii tee fudhachu'uuf barbaadee yoo si himate, kootii keellee kenniif.


Barsiisonni Seera Muuse'eetii fi Fariisonillee waan isa himataniin sababa soqu'uuf guyyaa Sambataa akka inni fayyisu eega'aa turan.


Yesuusillee deebisee, «Badaa dubbadhee yoo jiraadhe, waan hama'aaf ragi, yoo waan mishaa dubbadhee jiraadhe ammoo maaf na dhoofta?» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite