Wongeela Maatewos 5:36 - WAADAA LAMMATAA36 Rifeensa mataa keetii tokkocha adii yookiin gurraacha godhuu waan hin dandeenneef, ufiinillee hin kakatin. Gade chapit laWaadaa Haarawa36 Rifeenissa mataa keetii keessaa takkattiiyyuu gurraattii yookiin adii taasisuu hin waan hin dandeenneef, mataa keetiin'llee yoo ta'e hin kakatin. Gade chapit laKitaaba Woyyuu36 Rifeensa mataa keetii tokkocha adii yookaan gurraacha godhuu waan hin dandeenneef ufiinillee hin kakatin. Gade chapit la |