Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 5:34 - WAADAA LAMMATAA

34 Ani ammoo akkana isiniin jedha, horoma hin kakatinaa'a. Sami'iin hin kakatinaa'a. Teessoo Rabbii waan taateef.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

34 Ani garuu gonkumaa hin kakanna!» isiniin jedha. Samiin teessoo Waaqaa waan taateef, sami'iin'llee yoo ta'e,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

34 Ani ammo akkana isiniin jedha, «Horoma hin kakatinaa'a; Sami'iin hin kakatinaa'a; teessoo Rabbii waan taateef.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 5:34
8 Referans Kwoze  

Obboleeyyan tiyya, waamaraa dura ardi'ii fi sami'itti waan biraallee yoo ta'e womaanuu hin kakatinaa'a! Haata'uu ammoo murtii jalatti akka hin kufne dubbiin keessan ee yoo ta'e, «Ee» jedhaa'a; wa'a yoo ta'e, «Wa'a» jedhaa'a.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite