Wongeela Maatewos 5:26 - WAADAA LAMMATAA26 «Ani dhugamaan siin jedha, waan sitti murame keessaa saantimiin cabduunillee uduu hin hafin haga kaffaltutti sirimaa hin baatu» jedhe. Gade chapit laWaadaa Haarawa26 Dhugaa siin jedha, ka sitti murttaaye saantibii muumme'ee kafalttee haga xumurttutti, gonkumaa achii hin baatu.» Gade chapit laKitaaba Woyyuu26 «Ani dhugamaan siin jedha, waan sitti murame keessaa saantibiin cabduunillee uduu hin hafin haga kaffaltutti sirimaa hin baatu» jedhe. Gade chapit la |