Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 5:25 - WAADAA LAMMATAA

25 Nama si himate tokko woliin gara hulee yaa'iititti uduma deemtu dafii karaa irratti isa woliin wolii gali. Achi geettee jennaan, abbaan murti'ii ka si hidhutti dabarsee si kennee, ka si hidhullee mana hidha'aatitti si galcha.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

25 «Mormmataan kee si himatee isa woliin gara mana murti'ii yeroo deemittutti, uduma karaa irra jirttu dafiitii, mormmataa keetiin wolii gali. Kana ta'uu yoo dhabaate garuu mormmataan kee abbaa seeraatiif, abbaan seeraa'llee ka hidhuuf dabarssee si kenneeti, gara mana hidha'aa ni aseentta.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

25 Nama si himate tokko woliin yoo gara hulee yaa'iititti uduma deemtu dafii karaa irratti isa woliin wolii gali; achi geettee jennaan abbaan murti'ii ka si hidhutti dabarsee si kennee, ka si hidhullee mana hidha'aatitti si galcha.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 5:25
19 Referans Kwoze  

Haata'uu ammo isin keessaa eennullee cubbu'uun sobamu'uun morkataa akka hin taane, «Adhuma» waan guyyaa maraa uduma guyyaan sun hin lufne woliin mari'adhaa'a!


Kanaafuu akka Ayyaanni woyyuun jedhu, «Adha, laagaa isaa yoo dhageettan,


Achiin maayii eebba argachuu hennaa barbaade akka dhabe isinuu hin beettan. Hagamillee booyee Aagii soqe'eef hin arganne.


Rabbi, «Hennaa malutti ani si dhagayeera; guyyaa fayyinnaallee, ani si gargaareera» waan jedhuuf; Kunoo hennaan malu amma; guyyaan fayyinnaallee amma.


Dhuma dubbii kanaa argu'uuf dallawa keessa seenee hojjattoota woliin taa'e.


Qachaa san haadha hiyyeessaa takkatu jira. Isiinillee gara isaa dhuftee, ‹Falmii kiyya ka namaan wol himane san naa murteessi› jedha'aa turte.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite