Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 5:23 - WAADAA LAMMATAA

23 Eegasuu kennaa kee ka Rabbii kennitu mi'a kenna'aa irratti hennaa dhiyeessitu, obboleessi kee akka si komate yoo yaadde,

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

23 Kanaaf ati kennaa kee furdda irratti Waaqaaf yeroo dhiyeesitutti, obboleessi kee ka sitti gadde jiraachuu isaa yoo yaadatte,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

23 Eegasuu kennaa kee ka Rabbii kennitu hennaa mi'a kenna'aa irratti dhiyeessitu, obboleessi kee akka si komate yoo yaadde,

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 5:23
17 Referans Kwoze  

Hennaa Rabbiin kadhachu'uuf dhaabattan, Abbaan keessan ka samii jiru yakka keessan akka isinii araaramu, eennuun irrattillee komii yoo qabaattan araaramaa'a.


Kennaa kee ka Rabbii kennitu achumatti dhiisiitii, duraan dursii obboleessa kee woliin araarami, achiin maayessa deebi'iitii kennaa kee Rabbii dhiyeessi.


Achiin maayessa Yesuus, «Beekkadhu! Waan kana nama tokkottillee hin himin; haata'uu ammoo deemiitii, gadichatti uf mudhisi; fayyuun kee nama maraaf akka ragaa ta'u, fayyuu keetiif kennaa Muuseen ajaje dhiyeessi!» jedheen.


Isin ballaa attamii ti! kennaa mo'o mi'a kennaa woyyoomsutu caalaa?


Zakiwoos ammoo dhaabatee Goofta'aan, «Gooftaa kiyya! Ani waan qabu maraa irraa wadhakkaa hiyyeeyyi'iif hin kenna, eennuun irraallee dharaan sobee waan tokko yoo fudhadhee jiraadhe dachaa afur deebisaaf» jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite