Wongeela Maatewos 5:22 - WAADAA LAMMATAA22 Ani ammoo akkana isiniiniin jedha, eennullee obboleessa yookiin obboleettii ufiititti yoo mufate, abboota murti'ii afo'otti itti murama; namni obboleessa ufiitiin «Gowwaa'a!» yoo jedhe yaa'iitu itti murteessa. Ka obboleessa ufiitiin ‹Duudaa'a!› jedhu maruu murtii ibidda asaabaatiif dhiyaata. Gade chapit laWaadaa Haarawa22 Ani garuu isiniin ni jedha, obboleessa isaa irratti ka dallanu mara irrattuu ni murteeffama, akkuma kana obboleessa isaatiin, ‹ati ka faayiddaa hin qabnne!› jedhee, ka arrabssuun yaa'itti itti ni murteeffama, ‹gowwaa!› jedhee ka arrabsu mara irrattuu, ibidda asaabaatiin itti ni murteeffama.» Gade chapit laKitaaba Woyyuu22 Ani ammo akkana isiniiniin jedha; eennullee yoo obboleessa yookaan obboleettii ufiititti mufate, abboota murti'ii afo'otti itti murama; namni yoo obboleessa ufiitiin «Gowwaa'a!» jedhe yaa'itu itti murteessa. Ka obboleessa ufiitiin ‹Duudaa'a!› jedhu maruu murtii ibidda asaabaatiif dhiyaata. Gade chapit la |