Wongeela Maatewos 5:21 - WAADAA LAMMATAA21 Worra duraatiin, « ‹Hin ajjeesin, namni yoo nama ajjeese abboota murti'ii afo'otti itti murama› ka jedhame dhageettaniirtan. Gade chapit laWaadaa Haarawa21 «Yeroo duraanii namoota ni jiran turaniif waan jedhamee dhageettanii jirttan, kun'llee, ‹hin ajjeesin, nama ka ajjeese itti ni murtteeffama› ka jedhu. Gade chapit laKitaaba Woyyuu21 Worra duraatiin, « ‹Hin ajjeesin, namni yoo nama ajjeese abboota murti'ii afo'otti itti murama› ka jedhame dhageettaniirtan. Gade chapit la |