Wongeela Maatewos 5:19 - WAADAA LAMMATAA19 Eegasuu seera kanniin maraa keessa ka irra diqqa'aa tokkottiillee ka diigu, akka diiganillee ka namoota barsiisu, jeennata sami'ii keessatti nama maraa irraa diqqa'a jedhama. Namni seera kana eeguu fi akka eegan ka barsiisu ammoo, jeennata sami'ii keessatti gudda'a jedhama. Gade chapit laWaadaa Haarawa19 Kanaaf ajajoota kanniin keessaa gad aanaa ka taate takkattimaa ka diiguu fi namoonni kuunniin'llee akkuma kana akka raawwataniif naminni barsiisu, Mootummaa Sami'ii titti gad aanaa ni ta'a. Garuu ajajoota maraa ka raawwatuu fi namoonni kuunniin'llee akka raawwatan naminni barsiisu, Mootummaa Sami'ii titti hangafa ni ta'a. Gade chapit laKitaaba Woyyuu19 Eegasuu ka seera kanniin maraa keessa ka irra diqqa'aa tokkottiillee diigu, akka diiganillee ka namoota barsiisu, jeennata sami'ii keessatti nama maraa irraa diqqa'a jedhama. Namni seera kana eeguu fi akka eegan ka barsiisu ammo jeennata sami'ii keessatti gudda'a jedhama. Gade chapit la |