Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 5:17 - WAADAA LAMMATAA

17 «Ani waan seeraa fi waan raattonni barsiisan diigu'uuf dhufe hin seeyinaa'a. Raawwachu'uuf dhufe malee, diigu'uuf hin dhufne.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

17 Dabalee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Seera waadaa duraaniitii fi barsiisa nabiyyootaa diigu'uuf ka dhufe isinitti hin fakkaatin, ani raawwachu'uu fi taasisu'uuf'llee dhufe malee, isaan diigu'uuf hin dhufnne.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

17 «Ani waan seeraa fi waan raattonni barsiisan diigu'uuf dhufe hin seeyinaa'a; raawwachu'uuf dhufe malee diigu'uuf hin dhufne.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 5:17
16 Referans Kwoze  

Worri amanan maruu akka qajeellota ta'aniif Kiristoos raawwii seeraati.


Haata'uu ammoo seera irraa qabxiin tokkittiin gatamuu irra, sami'ii fi ardiin badu'utu salpha'a.


Akka fedha Ayyaanaa malee, akka fedha fooniititti nu worra jiraanneef nuun seerri ajaja akka raawwatamuuf fooniin cubbuu irratti yakka mure.


Eegasuu seera amanta'aa diinnaa ree? Miti. Seera jabeessinee qabanna malee.


Eeganaa «Waan namoonni akka isinii godhan barbaaddan, isinillee akkasuma isaaniif godhaa'a. Seerrinii fi raattonnillee kanuma barsiisan.»


Yesuus ammoo deebisee, «Akkanaan qajeellummaa maraa raawwachuu nu barbaachisa, amma na hoffolchi» jedheen. Yohaannisillee hin hoffolcheen.


«Namni kun seera mormee akka Rabbiin kaddaaman namoota hawata» jedhaniin.


«Namni kun bakka qulqulluu kanaaf seerallee arrabsuu dhiisuu dide.


Muuseen ta akkanaa tanniin akka tumaman seeraan nu ajajeera, ati hoo waan isi'ii maal jetta?» jedhaniin.


«Namoota Israa'elii, nu gargaaraa'a! Banii seeraaf hulee kanallee morma'aa, namni nama maraa hulee maratti barsiisu kana. Namoota Giriikotaallee akkasuma gara mana woyyu'uu seensisee hulee woyyuu kana batteesseera» jedha'aa harkaan dhaya'aa iyya'aa tumaniin.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite