Wongeela Maatewos 5:16 - WAADAA LAMMATAA16 Hujii mishaa keessan arganii, Abbaa keessan ka samii jiru akka kabajjan, ifni keessan nama maraa afo'otti haa ifuu» jedheen. Gade chapit laWaadaa Haarawa16 Akkuma kana namoonni hujii keessan mishaa laalanii, Abbaa keessan ka sami'ii akka galateeffataniin, ifin keessan'llee namoota duratti haa ifu.» Gade chapit laKitaaba Woyyuu16 Hujii mishaa keessan arganii akka Abbaa keessan ka samii jiru kabajjan ifni keessan nama maraa afo'otti haa ifuu» jedheen. Gade chapit la |