Wongeela Maatewos 5:15 - WAADAA LAMMATAA15 Namoonni ifaa ibsanii, akka nama mana keessa jiru maraaf ifutti, waan ifaan irra kaayamu irra kaayan malee, gonbisoo jala hin kaayan. Gade chapit laWaadaa Haarawa15 Namoonni ibisaa ibssanii mana keessa worra jiran maraaf akka ifuuf, bakka ol fugaatu irra ni kaayan malee, ginboolaa jala hin kaayan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu15 Namoonni ifaa ibsanii akka nama mana keessa jiru maraaf ifutti waan ifaan irra kaayamu irra kaayan malee gonbisoo jala hin kaayan. Gade chapit la |