Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 5:14 - WAADAA LAMMATAA

14 «Isin ifa adunya'aa ti. Qachaan gaara gubbaa jirtu dhokachuu hin dandeettu.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

14 «Isin ifa biyya lafaati, magaalaan Gaara irratti ijaaramtte dhokachu'uuf hin dandeettu.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

14 «Isin ifa adunya'aati. Qachaan gaara gubbaa jirtu dhokachuu hin dandeettu.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 5:14
16 Referans Kwoze  

Edduu isaaniititti dubbii jireennaa dhiyeessa'aa adunyaa tana keessatti akka ifaatitti mudhatan.


Ammallee Yesuus, «Ani ifa adunya'aati, ka na faana deeme, ifa jireennaatitu ta'aaf malee, dukkana keessa hin jiraatu» jedhee isaanitti dubbate.


Isin maruu ilmaan guyya'aatii fi ilmaan ifaati, nu worra halkanii yookiin dukkanaatii miti.


Ijoollee ifaa akka taataniif, uduu ifa qabdan ifatti amanaa'a» isaaniin jedhe. Yesuus kana dubbatee, lixee isaan jalaa miliqe.


Worra hin amanne woliin deemsa hin tolleen wolitti hin hidhaminaa'a. Qajeellummaan dhara woliin firooma maal qaba? Ifnillee dukkana woliin tokkummaa maal qaba?


Inni ibsoo bobayuu fi ifu. Isinillee bara diqqo'oof ifa sanitti gammaduu barbaaddan.


Hiikkaan dhossaa urjii torbaatiif baattuu Worqi'ii ka harka kiyya ka mirgaa irratti argite kana. Urjiin torban Maleekkaa woldaa Kiristaana torbaati. Baattuun Worqii torbanii tokkummaa woldoota Kiristaana torbaati.


Ani adunyaa tana irra haga jiru, ifa adunya'aati»


Eeganaa maal irraa akka kufte yaadadhu. Aagiillee gali hujii kee ka duraa san hojjadhu. Yoo cubbuu irraa deebi'uu baatte sitti dhufee baattuu ibsa'aa kee hule'ee fuudha.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite