Wongeela Maatewos 5:13 - WAADAA LAMMATAA13 Isin akka sooqidda lafaa ti. Sooqiddi mi'aa sooqiddummaa ufii yoo dhabe, maali'iin mi'aaya? Gara diidaa gatamee namoonni irra deeman malee, womaafuu bu'aa hin qabu. Gade chapit laWaadaa Haarawa13 Itti aansee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Isin akka sooqidda arddi'iit, garuu sooqiddi mi'aa isaa yoo dhabe, mi'aa isaa deebisee argachu'uuf ni danda'aa ree?» Gara alaa titti gatamu'uu fi miila namaatiin dhidhiitamu'uun alatti, ufi durana womaafuu hin fayyadu. Gade chapit laKitaaba Woyyuu13 Isin akka sooqidda lafaati; Sooqiddi yoo mi'aa sooqiddummaa ufii dhabe maali'iin mi'aaya? Gara diidaa gatamee namoonni irra deeman malee womaafuu bu'aa hin qabu. Gade chapit la |